Disneyland 1972 Love the old s
Kush2 1
Kabila best 2
Saayitiin kun kan hundeffame
sayitiin kun kan hundeffame barata kabila hayile tiin yommu ta'u innis kan inni dhalate hadha isa adde:-Almaz fi abba isa obbo:-Hayile Soboqa irra bakka horro guduru wolega jedhamutti dhalate.
kabilan obolessa dhira Mandela jedhamuu fi obbola dubara Diyana fi Melat Hayile jedhaman qaba. Kuta 1-8ffa gara jaldu dhufuun mana barumsa Abdi boruuti xummure kuta 9-12 immo mana barumsa qopha ina fi sad.2ffa jaldutti baracha jira. Mucaa kan inni jalqabe akka ittifufuuf warra isa gargaaran hunda maqa saayitichaatin ni galateffanna. Yaadni kessan nu bira hin afiin